Currently Empty: Br0.00
All Levels
Hiikkaa Macaafa Qulqulluu (Hermeneutics)
Free
Koorsii kun barattoota seera bu’uuraa, kaayyoo fi barbaachisummaa hiika macaafa qulqulluu, kan hermeneutics jedhamuun beekamu wajjin wal barsiisa. Hiikkaan maaliif akka barbaachisaa ta’e, akkamitti Caaffanni...
Enroll NowIntermediate
Barumsa Afuuraa Kiristaanaa (Christian Theology)
Free
1. Kaayyoo Koorisichaa(course Objective) Akkuma armaan olitti caqasnetti kaayyoon dhaabbata keenya Oromobiblestudy mul‘atni isaa inni guddaan duuka buutota Yesuus qopheessuun isaan immoo duuka buutota kan...
Enroll NowIntermediate
Wangeela Matiwos
Free
Wangeelonni maaliif afur ta’an?Keessumattuu Wangeelli Maatewos, Luqaas fi Maarqoos seenaa dhugaa (fact) tokko osoo qabanii maaliif tokko ta’uu dhaban?Waaqayyo seenaarra utuu hin taane tajaajila namootaarraa...
Enroll Now








